“Family Says Security Forces Transfer Bekele to Armed Forces Hospital Forcibly”

Earlier today we reported that the Kaliti Prison administration agreed to take Mr. Bekele Gerba to a private hospital of his choice. Shortly after they were on the road to Landmark Hospital, they forced him to go to Torhyloch General Hospital, an armed forces hospital.

Mr. Bekele said, “I have no trust in a government hospital. The court has given us order to get treatment at a private clinic. Therefore, I refuse to be treated at a government hospital.” Despite Mr. Bekele being critically ill, he was returned to Kaliti Prison without receiving any treatment.
_
Oromo Political Prisoners Defence Team

Obbo Baqqalaa Garbaa Waldhaansa Malee Qaallittiitti Deebifaman
_
Har’a waaree booda, bulchiinsi mana hidhaa Qaallittii gara mana yaalaa si geessina jechuun, doktoroota dhuunfaa isaanii fi Obbo Baqqalaa Garbaa Ambulaansiin fuudhanii erga ba’anii booda, mana yaalaa dhuunfaa hidhamtoota siyaasaaf hayyamameef irraa humnaan maqsuun gara Hospitaala Humna Waraanaatti (Xoor Haayilooch jedhamuun beekamutti) geessuun isaanii ibsamee ture.

Obbo Baqqalaan “mana yaalaa mootumamarraa amantaa hin qabu, mana yaalaa dhuunfaa kan akka itti yaalamnuuf manni murtii nuuf hayyametti malee kan mootummaan ofiif barbaadetti hin waldhaanamu,” jechuun waan didaniif, utuu waldhaansa fayyaa hin argatin, yeroo ammaa galgala kana poolisiin gara mana hidhaa Qaallittiitti isaan deebisuusaa beekamee jira.
_
Oromo Political Prisoners Defence Team, By Dr. Etana Habte

342 Views
65 thoughts on ““Family Says Security Forces Transfer Bekele to Armed Forces Hospital Forcibly””

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *